Miiljalee
a Cuuphamuu ykn cuuphamuu dhiisuun murtoo barbaachisaa gochuu qabdu dha. Murtoon kun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Mata dureen kun gaaffii kanaaf deebii kenna. Kana malees, namoonni cuuphamuuf yaadaa jiran, rakkoowwan cuuphamuu irraa duubatti akka jedhan isaan godhan akka moʼan isaan gargaara.