Miiljalee
a Mata dureen kunii fi kan itti aanan lamaan, mata dureewwan walitti aananii baʼan keessaa tokko siʼa taʼan, Yihowaan Waaqa jaalalaa fi haqaa akka taʼe amanannaa qabaachuu kan dandeenyu maaliif akka taʼe ibsu. Inni sabni isaa haqa akka argatan barbaada, akkasumas namoota addunyaa hamaa kana keessatti haqa dhaban ni jajjabeessa.