LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b IBSA JECHAA: Ijoollee gudeeduun kan raawwatamu namni gaʼeessa taʼe tokko fedhii saalqunnamtii ofii isaa ykn ishii guuttachuuf ijoolleetti yommuu fayyadamani dha. Gochi kun saalqunnamtii karaa afaanii ykn karaa hudduu raawwatamu akkasumas qaama hormaataa, harma ykn hudduu susukkuumuu ykn gochawwan naamusaa ala taʼan kan biraa raawwachuu dabalata. Gama kanaan miidhaan kan irra gaʼe gara caalaan shamarran taʼanis, ijoollee dhiiraa hedduu irras miidhaan gaʼeera. Namoonni yakka saalqunnamtii kana raawwatan hedduun dhiirota taʼanis, dubartoonni tokko tokkos gocha akkasii ni raawwatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi