Miiljalee
c IBSA JECHAA: Mata duree kanaa fi isa itti aanu keessatti gaaleen nama miidhame jedhu, nama ijoollummaa isaatti yakki saalqunnamtii irratti raawwatame argisiisa. Jecha kana kan itti fayyadamne, daaʼimni sun waan miidhamee fi namni kan biraan waan isatti fayyadameef, inni ykn ishiin qulqulluu akka taʼan ifa gochuufi dha.