Miiljalee
a Mata dureen kun, madda qajeelfama amansiisaa kan taʼe Yihowaa qofa taʼuu isaa amanannaa qabnu jabeeffachuuf nu gargaara. Kana malees, ogummaa addunyaa hordofuun miidhaa gaddisiisaa akka geessisuu fi ogummaa Dubbii Waaqayyoo hojii irra oolchuun immoo faayidaa akka argamsiisu ibsa.