Miiljalee
a Loox, Iyyoobii fi Naaʼomiin amanamummaadhaan Yihowaa kan tajaajilan taʼus, haala dhiphisaa jireenya isaanii keessatti isaan mudate dandamachuun isaan barbaachiseera. Mata dureen kun muuxannoo isaanii irraa maal barachuu akka dandeenyu ibsa. Kana malees, obboloonnii fi obboleettonni keenya haalli rakkisaan yommuu isaan mudatutti obsa argisiisuu fi gara laafinaan isaan qabuun akkasumas yaada nama jajjabeessu isaanitti dubbachuun maaliif barbaachisaa akka taʼe ibsa.