Miiljalee
c IBSA FAKKII: Namichi tokko utuu boqonnaadhaaf deemaa jiruu buufata xiyyaaraatti Dhugaa Baatota irraa barreeffama yeroo fudhatu. Booda utuu boqonnaa irra jiruu, Dhugaa Baatota kan biraa lallaba addabaabayii irratti isaan arge. Erga gara mana isaatti deebiʼee booda, babalʼistoonni mana isaa dhaqanii isa gaafatan.