LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Jechi “Kitaawaalaa” jedhu jecha afaan Suwaahilii hiika, “toʼachuu, qajeelchuu ykn bulchuu” jedhu qabu irraa kan dhufe dha. Kaayyoon warraaqsa kanaa siyaasa siʼa taʼu, kolonii Beeljiyam jalaa bilisa baʼuu ture. Gareewwan Kitaawaalaa barreeffamoota Dhugaa Baatota Yihowaa fudhachuu, qoʼachuu fi raabsuudhaan barumsi Kitaaba Qulqulluu ilaalcha siyaasaa isaanii, aadaawwan boodatti hafaa fi jireenya naamusaan ala taʼe akka deggeru godhanii jalʼisu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi