Miiljalee
a Mootummaan waaqeffannaa nuti Yihowaadhaaf dhiheessinu yoo dhorke maal gochuu qabna? Mata dureen kun matumaa Yihowaa waaqeffachuu keenya akka hin dhiisneef, wanta gochuu qabnuu fi wanta gochuu hin qabne ilaalchisee gorsawwan hojii irra ooluu dandaʼan nuuf kenna.