LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Waggoota hammamiitiif iyyuu Yihowaa kan tajaajille yoo taʼe, karaa hafuuraa guddachuu fi waaqeffannaa isaaf dhiheessinu irratti fooyyaʼiinsa gochuu barbaanna. Phaawulos ergamaan Kiristiyaanonni hidhata isaa taʼan matumaa abdii akka hin kutanne isaan jajjabeesseera! Xalayaan inni warra Filiphisiyusiif barreesse dorgommii jireenyaaf goonu irratti jajjabina obsaan xumuruuf nu dandeessisu qabateera. Mata dureen kun yaada Phaawulos hafuuraan gaggeeffamee barreesse hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi