Miiljalee
b IBSA FAKKII: Galmi Walgaʼii yeroo qulqulleeffamaa jirutti, obboleessi Joo jedhamu, obboleessa tokkoo fi ilma isaa wajjin haasaʼuuf hojii dhaabee jira. Kun immoo obboleessa qulqulleessaa jiruu fi Maayik jedhamu aarse. Achiis ‘Joon haasaʼuu dhiisee hojjechuu qaba’ jedhee yaade. Yeroo booda Maayik, Joon obboleettii maanguddoo tokko suuta jedhee yommuu gargaaru arge. Kunis Maayik waaʼee amaloota gaggaarii obboleessi isaa qabuu isa yaadachiise.