Miiljalee
c IBSA FAKKII: Biyya Dhugaa Baatonni ifatti lallabuu hin dandeenye tokko keessatti obboleessi tokko nama beeku tokkotti ergaa Mootummichaa ogummaadhaan itti himaa jira. Yeroo booda immoo yeroo boqonnaatti bakka hojii isaatti nama isa wajjin hojjetu tokkoof dhugaa baʼaa jira.