Miiljalee
a Sabni Yihowaa Armaagedooniin yeroo dheeraadhaaf eegaa turaniiru. Mata duree kana keessatti Armaagedoon maal akka taʼe, taʼeewwan gara Armaagedoonitti geessanii fi dhumni dhihaachaa yommuu jiru kanatti amanamoo taanee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe mariʼanna.