Miiljalee
a Mata dureen kun Yihowaadhaaf bitamuu kan qabnu maaliif akka taʼe ibsa. Kana malees, warri aangoo muraasa qaban, jechuunis jaarsoliin, abbootiinii fi haadholiin fakkeenya Nahimiyaa, Daawit Mootichaa fi Maariyaam ishii haadha Yesuus taate irraa maal barachuu akka dandaʼan ibsa.