Miiljalee
f IBSA FAKKII: Mucaan tokko tapha viidiyoo taphachuudhaan yeroo dheeraa dabarse, hojii mana keessaa ykn mana barumsaa isaas hin xumurre. Haati isaa dadhabdee hojiidhaa kan dhufte taʼus, utuu hin dheekkamin ykn dubbii hamaa hin dubbatin isa adabaa jirti.