Miiljalee
a Yesuus gara isaa akka dhufnu nu affeereera. Affeerraa isaa fudhachuun maalfaa dabalata? Mata dureen kun gaaffii kanaaf deebii kenna, akkasumas Kiristoos wajjin hojjechuudhaan boqonnaa argachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe nu yaadachiisa.