Miiljalee
h IBSA FAKKII: Maamiltoonni mana bunaa tokko keessa jiran oduun waaʼee labsii “Nagaa dha, tasgabbii dhas” jedhu yommuu televijiniidhaan darbu xiyyeeffannaan isaanii harkifameera. Hiriyoonni gaaʼelaa tajaajilaa dhufanii boqochaa jiran tokko garuu oduu kanaan hin gowwoomfamne.