Miiljalee
a Yihowaa tajaajiluu ni jaallanna. Haa taʼu malee, isa qofa ni waaqeffannaa? Deebiin gaaffii kanaa murtoo nuti goonu irratti mulʼata. Yihowaa qofa waaqeffachaa akka jirru beekuuf akka nu gargaaru wantoota lama jechuunis qarshii fi bashannana ilaalchisee murtoo goonu irratti mariʼanna.