Miiljalee
a Dhumni dhihaachaa yommuu jiru kanatti, hundi keenya michummaa obboloota keenya wajjin qabnu cimsachuu nu barbaachisa. Mata duree kana keessatti muuxannoo Ermiyaas irraa maal barachuu akka dandeenyu qorra. Kana malees, yeroo harʼaatti michummaa cimaa qabaachuun yeroo rakkinaatti akkamitti akka nu gargaaru mariʼanna.