LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

d IBSA FAKKII: Haalli kun wanta gara fuulduraatti yeroo ‘rakkina guddaatti’ taʼuu dandaʼu kan argisiisu dha. Obboloonnii fi obboleettonni baayʼeen mana obbolootaa tokkotti walitti qabamanii jiru. Michoota walii waan taʼaniif yeroo rakkinaa kanatti wal jajjabeessuu dandaʼaniiru. Haalawwan kanatti aananii jiran sadan obboloonnii fi obboleettonni kun rakkinni guddaan jalqabuu isaa dura michummaa cimaa uumanii akka turan argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi