Miiljalee
b Ixaanni godoo qulqullaaʼaa keessatti aarfamu qulqulluu akka taʼetti kan ilaalamu yommuu taʼu, Israaʼel durii keessatti waaqeffannaa Yihowaa qofaaf hojii irra oola ture. (Bau. 30:34-38) Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa waaqeffannaadhaaf ixaana aarsaa akka turan ragaan argisiisu hin jiru.