Miiljalee
d IBSA FAKKII: Guyyaa Araaraatti lubni ol aanaan Israaʼel Iddoon Hundumaa Irra Qulqullaaʼaa Taʼe urgaa gaariidhaan akka guutamu gochuuf ixaanaa fi barbadaa ibiddaa qabatee seena. Achiis dhiiga horii aarsaa cubbuutiif dhihaatu qabatee deebiʼee gara Iddoo Hundumaa Irra Qulqullaaʼaa Taʼe sanaatti seena.