Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun hojjechuu fi boqochuudhaaf ilaalcha madaalamaa qabaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe nu barsiisa. Mata dureen kun guyyaa Sanbataa Israaʼelootaaf kenname akka fakkeenyaatti fudhachuudhaan ilaalcha hojii fi boqonnaadhaaf qabnu qoruuf nu gargaara.