Miiljalee
a Namoonni hedduun Waaqayyo akka jiru ni amanu, haa taʼu malee sirriitti isa hin beekan. Yihowaa beekuu jechuun maal jechuudha? Isa wajjin hariiroo cimaa uumuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe ilaalchisee hoo Musee fi Daawit Mooticha irraa maal baranna? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanneeniif deebii kenna.