LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Yihowaan Dh.K.B. bara 33 gaafa guyyaa Phenxeqosxeetii kaasee Kiristiyaanonni tokko tokko Ilma isaa wajjin samii irratti akka bulchaniif abdii dinqisiisaa taʼe isaaniif kenneera. Haa taʼu malee, Kiristiyaanonni kun mirga guddaa kanaaf filatamuu isaanii akkamitti beeku? Namni tokko gara samii deemuuf yommuu affeeramu maaltu taʼa? Mata dureen kun Masaraa Eegumsaa Amajjii 2016 baʼe irratti kan hundaaʼe siʼa taʼu, gaaffiiwwan xiyyeeffannaa namaa harkisan kanneeniif deebii kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi