Miiljalee
a Waggaa kana Ayyaanni Yaadannoo duʼa Kiristoos Kibxata, Ebla 7 kabajama. Namoota galgala sana maxinoo fi wayinii sana irraa hirmaataniif ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? Lakkoofsi namoota maxinoo fi wayinicha irraa hirmaatanii dabalaa deemuun isaa hoo nu yaaddessuu qabaa? Mata duree kana keessatti gaaffiiwwan Masaraa Eegumsaa Amajjii 2016 baʼe irratti hundaaʼan kanneeniif deebii arganna.