Miiljalee
a Yeroo baayʼee Yihowaa Uumaa keenyaa fi Bulchaa Ol Aanaa akka taʼetti ilaalla. Taʼus, Abbaa jaalala qabeessa taʼee fi nuuf yaadu akka taʼetti isa ilaaluufis sababii gaʼaa qabna. Mata dureen kun sababiiwwan kanneen ibsa. Kana malees Yihowaan matumaa akka nu hin gatne mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu maaliif akka taʼe baranna.