Miiljalee
a Jaarmiyaan Yihowaa naga qabeessa. Haa taʼu malee, miirri hinaaffaa akka guddatu yoo heyyamne nagaan kun booraʼuu dandaʼa. Mata duree kana keessatti wantoota hinaaffaadhaaf sababa taʼan baranna. Kana malees, amala miidhaa qabu kana irraa fagaachuu fi nagaan akka dagaagu gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.