Miiljalee
c IBSA FAKKII: Walgaʼii qaamni jaarsolii godhan irratti obboleessi maanguddoon gumii keessatti Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa geggeessu, jaarsi dargaggeessa taʼe tokko itti gaafatamummaa kana akka raawwatuuf akka isa leenjisu gaafatame. Obboleessi maanguddoon kun hojii kana kan jaallatu taʼus, obboleessa dargaggeessa kanaaf gorsawwan qabatamaa taʼan kennuudhaan, akkasumas garaadhaa isa galateeffachuudhaan murtoo jaarsolii garaa guutuudhaan deeggareera.