Miiljalee
b IBSA JECHAA: Yaaddoon miira naasuu fi dhiphinaa ti. Miirri kun sababii rakkina qarshiitiin, dhukkubaatiin, rakkina maatii ykn rakkoowwan kan birootiin kan kaʼe dhufuu dandaʼa. Kana malees, waaʼee dogoggora kanaan dura raawwannee ykn rakkoowwan gara fuulduraatti nu mudachuu dandaʼanii yaaddaʼuu dandeenya.