Miiljalee
a Cuuphamuuf yaadaa jirtaa? Taanaan mata dureen kun keessumaa siif kan qophaaʼe dha. Barumsa barbaachisaa taʼe kana keessatti gaaffiiwwan ijoo taʼan muraasa irratti mariʼanna. Deebiin gaaffiiwwan kanaaf kennitu cuuphamuuf qophaaʼaa taʼuu kee beekuuf si gargaara.