Miiljalee
a Ilaalchi naannoo tajaajilaa keenyaaf qabnu akkaataa itti lallabnuu fi itti barsiisnu irratti dhiibbaa kan godhu akkamitti? Mata dureen kun Yesuusii fi Phaawulos ergamaan warra isaan dhaggeeffataniif ilaalcha akkamii akka qaban akkasumas amantii, fedhii fi dandeettii namoota argannuu tilmaama keessa galchuudhaan fakkeenya isaanii hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.