Miiljalee
c IBSA FAKKII: Abbaan manaa fi haati manaa tokko manaa gara manaatti yommuu tajaajilan, (1) mana akka gaariitti qabamee fi abaaboodhaan miidhagfame; (2) maatii ijoolleen keessatti argaman; (3) mana keessisaas taʼe alli isaa akka gaariitti hin qabamne, akkasumas (4) maatii amantii tokko hordofu argatan. Nama barataa taʼuu dandaʼu eessaa argachuu dandeessu?