Miiljalee
a Namoota mudaa qaban waan taaneef, waaʼee namootaa fi kakaʼumsa isaanii dafnee tilmaamuuf qoramna. Yihowaan garuu ‘garaa ilaala.’ (1 Sam. 16:7) Mata dureen kun Yihowaan akkamitti jaalalaan kakaʼee Yoonaasiin, Eliyaasiin, Aggaarii fi Looxiin akka gargaare ibsa. Akkasumas akkaataa obbolootaa fi obboleettota keenya itti qabnu irratti fakkeenya Yihowaa akka hordofnu nu gargaara.