Miiljalee
b Daaniʼel 11:40-43, NW: “Bara dhumaatti mootiin inni kibbaa isaa wajjin wal ni dhiiba; mootiin kaabaa gaariiwwan fardaa, abbootii fardeenii fi dooniiwwan hedduudhaan akka obomboleettiitti isa irratti ni dhufa; inni biyyootatti ni seena; akka lolaattis isaan keessa ni dhangalaʼa. Inni biyya bareedduu taatetti ni seena; biyyoonni hedduunis akka gufatan ni godhamu. Haa taʼu malee, Edoomii fi Moʼaab, akkasumas Amoonota keessaa kutaan inni guddaan harka isaa jalaa ni oolu. Inni biyyoota irratti harka isaa diriirsuu isaa itti fufa; biyyi Gibxiis harka isaa jalaa hin ooltu. Inni qabeenyawwan dhokfaman, warqii fi meetii, akkasumas miʼawwan Gibxii warra gatii guddaa qaban hundumaa irratti aangoo ni qabaata. Warri Liibiyaa fi warri Itoophiyaas faana isaa duukaa ni buʼu.”