Miiljalee
a Mata duree darbe irratti waaʼee kennaawwan Waaqayyo irraa argamanii fi ijaan argamuu dandaʼan hedduu mariʼanneerra. Mata dureen kun immoo kennaawwan ijaan arguu hin dandeenyee fi kennaawwan kanaaf akkamitti dinqisiifannaa qabnu argisiisuu akka dandeenyu ibsa. Akkasumas dinqisiifannaa Madda kennaawwan kanaa kan taʼe Yihowaadhaaf qabnu nuu guddisa.