Miiljalee
a Uumamawwan yaaduu dandaʼan hunda dhimma barbaachisaa akkamiitu isaan mudachaa jira? Dhimma kana baayʼee barbaachisaa kan godhe maali dha? Nuun hoo kan ilaallatu akkamitti? Deebii gaaffiiwwan kanaa fi kanaa wajjin wal qabatan kan biroo hubachuun keenya hariiroo Yihowaa waliin qabnu cimsachuuf nu gargaara.