Miiljalee
c IBSA FAKKII: Diyaabilos Waaqayyo sobduu akka taʼe Hewaanitti dubbachuudhaan maqaa Waaqayyoo balleesseera. Seexanni jaarraawwan hedduudhaaf yaadawwan sobaa, barumsa kan akka Waaqayyo hamaa akka taʼee fi namoota akka hin uumne ibsan babalʼisaa tureera.