Miiljalee
a Yeroo harʼaa addunyaa namoota of tuuloo fi ofittoo taʼaniin guutame keessa jiraanna. Ilaalchi isaanii kun akka nutti hin darbine of eeggachuu qabna. Mata dureen kun kallattiiwwan waaʼee ofii keenyaa hamma yaaduu qabnu caalaa darbinee yaaduu itti hin qabne sadii ibsa.