Miiljalee
b IBSA JECHAA: Sababiiwwan tokko tokkoon, jechuunis mudaa kan qabnu waan taaneef, hiyyeeyyii waan taaneef, waan dhukkubsannuuf ykn sadarkaan barumsaa keenya gad aanaa waan taʼeef dadhabinni nutti dhagaʼamuu dandaʼa. Kana malees, diinonni keenya dubbiidhaan ykn qaamaan nu miidhuudhaan nu dadhabsiisuuf yaalu.