LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Addunyaa toʼannaa Seexanaa isa abbaa sobaa taʼe jala jiru keessa jiraanna. Kanaaf dhugaa keessa deddeebiʼuu keenya itti fufuuf qabsoo wal irraa hin cinne gochuu nu barbaachisa. Kiristiyaanonni dhuma Dh.K.B. jaarraa jalqabaatti jiraatan haalli rakkisaanis akkasii isaan mudatee ture. Isaaniinis taʼe nuun gargaaruuf, Yihowaan geggeessaa hafuuraa isaatiin Yohaannis ergamaan xalayaawwan sadan akka barreessu godheera. Qabiyyeen xalayaawwan kanaa rakkoowwan nu mudatan adda baasnee akka beeknuu fi akkamitti isaan dandamachuu akka dandeenyu hubachuuf nu gargaara.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi