Miiljalee
f IBSA FAKKII: Shamarreen tokko mana barumsaa utuu jirtuu, olola saalqunnamtii saala walfakaatu gidduutti raawwatamu babalʼisuun marfamteetti. (Aadaawwan tokko tokko keessatti, mallattoon halluu sabbata waaqaa namoota saalqunnamtii saala walfakkaatu gidduutti raawwatan argisiisuuf faayidaa irra oola.) Booda immoo, wanta sirrii akka taʼe beektu ilaalchisee amantii ishii cimsachuuf yeroo fudhattee qorannaa gochaa jirti. Kunis haala rakkisaa ishii mudatu dandamachuuf ishii gargaara.