Miiljalee
e IBSA FAKKII: Hiriyoonni gaaʼelaa maanguddoota taʼan haalli rakkisaan isaan mudatus amanamummaadhaan Yihowaa tajaajiluu isaanii itti fufaniiru. Abdii Yihowaan isaaniif kenne irratti xiyyeeffachuudhaan amantiin isaanii cimaa taʼe akka itti fufu godhaaniiru.