Miiljalee
b IBSA JECHAA: Iddoon nuti gumii Yihowaa keessatti qabnu gaʼee nuti gumicha ijaaruu fi jajjabeessuu irratti qabnu argisiisa. Gaʼeen kun sanyii, gosa, haala dinagdee, iddoo hawaasa keessatti qabnu, aadaa ykn barumsa keenya irratti kan hundaaʼe miti.