LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

d IBSA FAKKII: Fakkiiwwan sadan kun wantoota walgaʼii dura, yeroo walgaʼiin geggeeffamuttii fi walgaʼii booda taʼu kan argisiisani dha. Fakkii 1: Jaarsi gumii miira hoʼaadhaan keessummaa yommuu simatu, obboleessi dargaggeessi tokko immoo meeshaa sagalee sirreessuuf yommuu deemu, akkasumas obboleettiin tokko obboleettii maanguddoo tokkoo wajjin yommuu haasoftu. Fakkii 2: Dargaggoonnii fi maanguddoonni Qoʼannaan Masaraa Eegumsaa yommuu geggeeffamutti yaada kennuuf yommuu carraaqqii godhan. Fakkii 3: Hiriyoonni gaaʼelaa Galma Walgaʼii qulqulleessuu irratti gargaarsa gochaa jiru. Haati tokko intalli ishii saanduqa buusii keessa qarshii akka buustu gargaaraa jirti. Obboleessi dargaggeessi tokko kutaa barreeffamaatti hojjechaa jira, obboleessi tokko immoo obboleettii maanguddoo tokko jajjabeessaa jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi