Miiljalee
b IBSA FAKKII: Jaarsi tokko naannoo tajaajilaa hojjechuu irratti yeroo fudhatee obboleessa dargaggeessa tokko leenjisaa jira. Booda, jaarsi kun wanta dargaggeessichi hojjetu hunda toʼachuu mannaa, hojicha ofuma isaatiin akka hojjetu isaaf dhiisa.