Miiljalee
a Yihowaan Abbaa jaalala, ogummaa fi obsa qabu dha. Amalawwan kana akkaataa inni wantoota hundumaa itti uumee fi waadaa inni warra duʼan gara jireenyaatti deebisuuf gale irraa hubachuu dandeenya. Mata dureen kun waaʼee duʼaa kaʼuu gaaffiiwwan qabaachuu dandeenyu tokko tokko ibsa, akkasumas jaalala, ogummaa fi obsa Yihowaa dinqisiifachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.