Miiljalee
a Obboleettonni gumii keessa jiran rakkinni hedduun isaan mudata. Mata dureen kun fakkeenya Yesuus hordofuudhaan obboleettota akkamitti deggeruu akka dandeenyu ibsa. Akkaataa Yesuus isaanii wajjin yeroo dabarse, isaan dinqisiifatee fi isaan deggeruudhaan dubbate irraa barumsa argachuu dandeenya.