Miiljalee
c Barreeffamni tokko akkas jechuudhaan ibseera: “Barattoonni miilla barsiisota isaanii jala taaʼu turan. Barattoonni ciccimoon barsiisota taʼuuf qophaaʼu. . . . Kun immoo wanta dubartootaaf hin heyyamamne dha. Kanaafuu, Maariyaam miilla Yesuus jala taaʼuunii fi hawwii guddaadhaan isa irraa barachuun ishii dhiirota Yihudootaa hedduu rifachiisee taʼuu qaba.”