Miiljalee
e IBSA FAKKII: Xiyyeeffannaa Yesuus dubartoota amanamoodhaaf kenne hordofuudhaan obboleessi tokko gommaa konkolaataa jijjiiruu obboleettota lama gargaaraa jira; inni kan biraan immoo obboleettii dhukkubsattu tokko gargaaraa jira; inni sadaffaan immoo haadha manaa isaa wajjin obboleettii tokkoo fi intala ishii wajjin waaqeffannaa maatii gochuuf deemaa jira.